Posts
Showing posts from 2019
DIINNI KOO ODEESSUS -Dn Yaareed Alamuu ||Faarfannaa Ortodoksii haaraa ||...
- Get link
- X
- Other Apps
Karaa Hedduun Yoo Qoramte ||Faarfannaa Ortodoksii haaraa|| Waldaa Qulqu...
- Get link
- X
- Other Apps
Xu’aashii Itoophiyaa fi Iccitii dibataa (Meeroonii) -"KUTAA 2FFAA"
- Get link
- X
- Other Apps
kutaa 2ffaa Yaa Xu’aashichaa Garam jirta? Odeessi Qulqulluu Luqaas kan gahoomsuun Xu’aashichi Itiyoophiyaa “Gammadaa karaasaa deeme” jedhee tu. Xu’aashichi kun garuu dhugumaan erga cuuphamee booda eessa gahe? Gara biyyasaa deemee lallabee ta’aa laata? Gara biyya biraa deemee lallabee ta’aa laata? Jireenyi isaa akkam ture? Duuti isaa hoo? Qulqulluun Jeeroom xu’aashichaan “Sabasaaf duuka bu’aa ta’e” jedheenii Barreessaan seenaa mana amantaa Awusaabiyoos immoo turtii cuuphaasaa booda ture akkas jedha. “Namni kun Israa’elotatti aansee lallabaan Wangeelaa Qulqulluu Filiphoos Iccitii abiddaa sagalee waaqayyoo fudhachuuf isa duraa ture. Uummata addunyaa duratti boonuun (Firii jalqabaa) ture. Namni kun biyyasaatti deebi’ee Kiristoos isa jireenya kennu nama gidduu deddeebi’uusaa kan barsiiftu Wangeela barsiisuuf nama jalqabaa ta’uunsaa amanamaa dha. Itiyoophiyaan harkashee gara Waaqayyootti bal’isti raajiin jedhu xumura argateera.” 78 Salamoon Faaruu Faaruu Caalu ...
Xu’aashii Itoophiyaa fi Iccitii dibataa (Meeroonii)
- Get link
- X
- Other Apps
Mana Kiristaanaa keenyatti Iccitiiwwan fayyuuf barbaachisa keessaa inni tokkoffaan cuupaa yemmuu ta’u inni itti aanu iccitii dibataa (meeroonii) ti. Yohaannis Cuuphaan “dibata qulqulluu irraa dibamtaniittuutii hundumayyuu ni beektu” jedhee kan dubbateef; Ququlluun Phaawuloos “Guyyaa furamaatti kan ittiin mallatteeffamtan Qulqulluu Afuura Waaqayyoo hin gaddisiisinaa” jedhee raajiin kan dubbateef chaappaan hundumaa nama beeksisu Afuura qulquluu kan ittiin fudhannu Iccitii dibataa (Meeroonii) ti. Guyyaan iccitii kana itti raawwannu tokkoon tokkoon dhunnfaa keenyaaf Guyyaa Afuurri Qulqulluun itti nuuf bu’u ( ); Tikseen keenya Qorichi Addunyaa (Waaqayyo) Guyyaa “hoolota isaa irratti Mallattoo guyyaa itti godhu dha.” 1Yoh. 2:8, Efe. 4:30 Dhugumaan Mana Amantootaa (Bataskaana)ishee Jalqabaatti Amantoota Cuuphaman irratti afuura qulqulluu kan bulchitu Duuka buutotni ( yeroo sana Hangafa Phaaphaasotaa) bakka jiraniitti waamamanii dhufuun harka irra kaa’uudhaan ture. Lakkoof...
Araarsuun Maali? Maaliif barbaachise? Kutaa 2ffaa
- Get link
- X
- Other Apps
Araarsitootni kennaa Waaqayyooti. Murteessuunis fedhii isaati. Sababa cubbuu keenyaatiin akka nuti hin badneef jedhee kadhaaf araarsummaa tolootaan nu fayyisuuf jedhee kennaa Araarsuu jireenya tolootaa keessaan nuuf kenne. Kanaanis isaan yeroo hundumaa nuu kadhachuu, araarsudhaan dhiifmaa fi arjummaa nuu gaafachuun nuti araarsummaa isaaniitiin fedhii Waaqayyootiin dhiifama argachuun jiraanna. Walumaagalatti sababni araarsuun barbaachiseef:- 1. Kadhannaa fi Araarsuummaa tolootaa waan dhagahuuf Tolootni yaadaan jireenyaa fi gochaan, hawwiidhaan, qulqulluu ta’anii kan jiraatanii fi jiran waan ta’aniif yeroo hundaa waa’ee cubbuu, balleessaa fi hojii hamaa keenyatiif gara Waaqayyootti iyyuun waa’ee keenyaaf boo’uun, gadduun jiraatu. Hojii araarsummaa tolootni qulqullotni barbaadanii kan argatan osoo hin taane Waaqayyo kan kenneef ibsa Jaalala isaati. Waan ta’eefis nu araarsu fedhii Waaqayyoo waan ta’eef. Kadhaa fi Araarri tolootaa(qul...